Negeellee Arsiitti lammiileen kumni 6 ol sagantaa wabii nyaataan fayyadamtoota ta’aniiru
Finfinnee, Bitootessa 12, 2015 (FBC)-Godina Arsii Lixaa Magaalaa Nageellee Arsiitti sagantaa wabii nyaataa fi fooyya'iinsa jireenyaan, lammiileen kumni 6 fi 500 ol fayyadamtoota ta’uun…