Dhaabbatichi hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 12 taasise
Finfinnee, 18, 2015 (FBC ) – Godina Arsii Lixaa Aanaa Siraarootti Dhaabbanni Misooma Daa'immanii fi Maatii siraaroo hawaasa hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 12 taasiseera.…