Oduu biyya keessaa Agarsiisni Albuudaa fi Teeknooloojii 4ffaan baname Ayana Dheressa Nov 13, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan agarsiisa Albuudaa fi Teeknooloojii 4ffaa Giddugala Konveshinii Idil Addunyaa Addisitti bananiiru.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti bara 2018 misooma qamadii jallisii boneen lafa heektaara miliyoona 4 misoomsuuf… Ayana Dheressa Nov 13, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti bara 2018 misooma qamadii jallisii boneen lafa heektaara miliyoona 4 misoomsuuf hojjatamaa jira jedhe Biiroon Kominikeeshinii naannichaa.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti oomisha aannanii guddisuuf hojjetamaa jira – Biiricha Yonatan Birhanu Nov 13, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2018(FMC) – Naannoo Oromiyaatti kurmaana 1ffaa bara 2018tti aannan liitirri biliyoonni 1 fi miliyoonni dhibba shan akka oomishame Biiroon Qonnaa naannichaa ibseera.…
Oduu biyya keessaa Konfiransiin duudhaa nageenyaafi waldanda’uu magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Nov 13, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC)- Konfiransiin duudhaa nageenyaafi waldanda’uu ijaarsa biyyaafi dhalootaa Sadarkaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Konfiransichi Biiroo Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Faayidaafi nageenya lammiilee bobbii hojiin Sa’ud Arabiyaatti argamanii kabachiisuuf hojjetamaa jira Ayana Dheressa Nov 13, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 4, 2018 (FMC)- Faayidaafi nageenya lammiilee bobbii hojiin Sa’ud Arabiyaatti argamanii kabachiisuuf hojjetamaa jira. Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa aadde…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan waggoota 10 keessatti ulaa galaanaa yoo hin arganne waggaan giddugaleessan Doolaara… Sifen Megersa Nov 12, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) –Itiyoophiyaan waggoota kurnan itti aanaan keessatti ulaa galaanaa argachuu yoo hin dandeenye waggaan giddugaleessan Doolaara biiliyoona 50 ol dhabdi jedhan…
Fayyaa Dhibeen Heemooraajiik Fever Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti mudate Sifen Megersa Nov 12, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) –Dhibeen Heemooraajiik Fever Naannoo Kibba Itiyoophiyaa magaalaa Jiinkaatti mudachuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Dhibeen kun akka hin babal'anne…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitichi sanyii filatamaa akaakuu garaagaraa hawaasa naannawaaf dhiyeessa jira Sifen Megersa Nov 12, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) –Yuunivarsiitiin Arsii sanyii filatamaa akaakuu garaagaraa baay'isuun qonnaan bultoota naannawaaf dhiyeessan jira jedhe. Yuunivarsitii Arsiitti diinii…
Oduu biyya keessaa Guyyoottan kurnan itti aanan keessa kutaaleen biyyattii harki caalu qilleensa gogaa, aduu fi… Sifen Megersa Nov 12, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) – Guyyoottan kurnan itti aanan keessa kutaaleen Ityophiyaa harki caalu qilleensa gogaa, aduu fi qilleensa’aa qabaatu jedhe Inistiityuutiin Raaga Haala…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan yaa’icha akka keessummeessitu filatamuu hordofee miidiyaaleen idil addunyaa maal… Sifen Megersa Nov 12, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) – Yaa’iin qabeenya Qilleensaa 30ffaan Mootummoota Gamtoomanii Itiyoophiyaan Yaa’ii 32ffaa akka keessummeessitu murtoo dabarseera. Biyyoonni Yaa’ii…