Lammii dorgomaa ta’e horachuuf barnoota qulqullina qabu kennuun barbaachisaadha – Piroofeesar…
Finfinnee, Sadaasa 2, 2018 (FMC) – Lammii ga’umsa qabuu fi dorgomaa ta’e horachuuf barnoota qulqullina qabu kennuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar…