Intarpiraayizoota oomishaa tumsuuf qaamolee dhimmichi ilaalatu waliin qindoominaan ni…
Finfinnee, Bitootessa 3, 2015 (FBC)- Intarpiraayizoota oomishaa tumsuuf mootummaan naannichaa qaamolee tumsitoota waliin qindoominaan kan hojjetu ta’uu Itti Aanaan Pireezidaantii Naannoo…