Oduu biyya keessaa Horsiisee bultoota hongeen miidhamaniif deeggarsi taasiifame Sifen Megersa Dec 19, 2022 0 Finfinnee, Mudde 10, 2015 (FBC) – Dhaabbnni Gargaarsa Mullis jedhamu Godina Booranaa Aanaa Dubulluqitti horsiisee bultoota hongeen miidhamaniif Daakuu kuntaala 200 ol gumaacheera.…
Oduu biyya keessaa Hojiin suphaa buufata madda anniisa Rappii hojjetamaa jiraachuu ibsame Ayana Dheressa Dec 19, 2022 0 Finfinnee, Mudde 10, 2015(FBC)- Hojiin suphaa buufata madda anniisa Rappii hojjetamaa jiraachuu ibsameera. Buufatichi balfa goggogaarraa anniisaa kan maddisiisu yoo ta’u, hojiin suphaa…
Ispoortii Arjantiinaan 4 fi 2’n Faransaayiin injifachuun Shaampiyoonaa taate Debela Tadesse Dec 18, 2022 0 Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)- Arjantiinaan rukuttaa adda bahiinsaa 4 fi 2’n Faransaayiin injifachuun Shaampiyoonaa Waanca Addunyaa bara 2022 taate. Tapha daqiiqaawwan 120 taphatameen…
Oduu biyya keessaa Jilli Paartii Badhaadhinaa Koonfiraansii Kongirasii Biyyaalessaa Afrikaa Kibbaarratti hirmaachaa… Debela Tadesse Dec 18, 2022 0 Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)-Jilli Miseensota Paartii Badhaadhinaa Koonfiraansii Kongirasii Biyyaalessaa Afrikaa Kibbaa 55ffaarratti hirmaachaa jira. Paartileen lamaan hariiroo…
Idil Addunyaa Kooriyaan Kaabaa misaayila baalaastikii Jaappaanitti furgugiste Debela Tadesse Dec 18, 2022 0 Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa misaayila baalaastikii lama guyyaa har’aa gara Jaappaanitti furguggisuun gabaafame. Piyoongiyaangi misaayilaa kana kan furguggiste…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inni waliin ga’iinsaa fi hirmaannaa barnootaan mul’ate qulqullina barnootaa… Debela Tadesse Dec 18, 2022 0 Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)-Waggootii lamaan darban milkaa'inni gama waliin ga’iinsaa fi hirmaannaa barnootaan mul'ate qulqullina barnootaa mirkaneessuun dabalamuu qaba jedhan…
Oduu biyya keessaa Zaambiyaatti lubbuun lammiilee Ityoophiyaa 27 darbuu gareen qulqulleessu gara Zaambiyaatti qajeele Debela Tadesse Dec 18, 2022 0 Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa Zaambiyaa naannawaa Lusaakaatti lammiilee Ityoophiyaa ta’uu kan shakkaman lubbuun namoota 27 darbuu hordofee taatecha gareen…
Oduu biyya keessaa Qabeenya socho’aa wabiin qabsiisuun baankileerraa liqeeffachuun yeroo gabaabaa keessatti akka eegalu… Debela Tadesse Dec 18, 2022 0 Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)-Sirni qabeenya socho’aa wabiin qabsiisuun baankileerraa liqeeffachuu yeroo gabaabaa keessatti akka eegalu Baankiin Biyyaalessaa Ityoophiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Barnootaa Naannoo Oromiyaa 25ffaa Adaamaatti eegalame Debela Tadesse Dec 18, 2022 0 Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)- Yaa'iin Barnootaa Naannoo Oromiyaa 25ffaa Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamuu eegale. Yaa’ichi bakka Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa,…
Ispoortii Taphni xumuraa Waancaa Addunyaa har’a gaggeeffama Debela Tadesse Dec 18, 2022 0 Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)- Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa Kuwaataaritti gaggeeffamaa jiruun guyyaa har’aa Faransaayii fi Arjantiinaa gidduutti ni taphatama. Bara Faranjotaa Sadaasaa…