Dhaaltuun Goonfoo Sulxaan Aliimiiraahi aangoo Sulxaanummaa fudhatan
Finfinnee, Bitootessa 4, 2015 (FBC) – Sirni dhaala Goonfoo Sulxaan Ahimaad Aliimiiraahi naannoo Afaar Magaalaa Asaayitaatti gaggeeffameera.
Mootiin Afaar duraanii Sulxaan Haanfaree…