Oduu biyya keessaa Lammiileen 592 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Dec 9, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Saa’ud Arabiyaatti lammiileen Ityoophiyaa rakkoo garaagaraa keessa turan 592 gara biyyaatti deebi’aniiru. Guyyaa har’aa gara biyyaatti lammiilee…
Ispoortii Bunni Ityoophiyaa leenjisaa isaa Tamasgeen Daannaa gaggeesse Sifen Megersa Dec 9, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Buna Ityoophiyaa leenjisaa isaa Tamasgeen Daannaa gaggeessuu ifoomse. Kilabichi qabxii gadi aanaa galmeessaa dhufuu hordofee…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti sagantaan muxannoo wal-jijjiirraa misooma Bunaa gaggeeffame Sifen Megersa Dec 9, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti sagantaan muxannoo wal-jijjiirraa misooma Bunaa biyyoota alaa waliin gaggeeffameera. Godina Jimmaatti sagantaan muxannoo waljijiirraa…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi barattoonni kumni 200 qorumsa bahiinsa Yuunivarsiitii ni fudhatu jedhe Ayana Dheressa Dec 9, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2015(FBC)- Ministeerri Barnootaa barattoonni kumni 200 qorumsa bahiinsa Yuunivarsiitii kan fudhatan ta’uu ibseera. Qorumsi bahiinsa Yuunivarsiitii baatii…
Oduu biyya keessaa Jilli Ityoophiyaatti Ambaasaadarri Chaayinaa Zaa’oo Yu’eeyin durfamu daawwanaaf Jimmaa… Sifen Megersa Dec 9, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC) –Jilli Ityoophiyaatti Ambaasaadarri Chaayinaa Zaa'oo Yu'eeyin durfamu daawwannaa hojiif magaalaa Jimmaa seeneera. Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Jimmaa…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaa Doolaara kuma 26 ol daddabarsaa ture to’atame Ayana Dheressa Dec 9, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2015(FBC)- Namni dhuunfaa Doolaara kuma 26fi 400 karaa seeraan alaa daddabarsuun shakkame to’atamuu Qajeelchi Poolisii Godina Shawaa Bahaa beeksise. Shakkamtichi…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii ariifachiisaa 1ffaa gaggeessuu eegale Debela Tadesse Dec 9, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii waliigalaa ariifachiisaa 1ffaa Magaalaa Hawaasaatti gaggeessuu eegaleera. Yaa’icharratti Muummeen Ministiraa FDRI fi…
Oduu biyya keessaa Obbo Reedwaan Huseen Ameerikaatti hoggantoota Inistitiyuutii Huudsan waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 9, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Gorsaan Nageenyaa Biyyaalessaa Muumme Ministiraa Obbo Reedwaan Huseen Ameerikaatti hoggantoota Inistitiyuutii Huudsan waliin mari’ataniiru. Obbo Redwaan…
Biiznasii Magaalaa Adaamaatti baatiiwwan 4 darbanitti galii Birrii biiliyoonni 2.2 walitti qabamuu ibsame Ayana Dheressa Dec 9, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2015(FBC)- Magaalaa Adaamaatti baatiiwwan 4 darbanitti galii Birrii biiliyoonni 2.2 walitti qabamuu ibsameera. Bara baajataa kanatti misooma hawaasummaafi diinagdee…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti tajaajilli dabarsa qabeenyaa dhaabbii yeroof dhaabbate Debela Tadesse Dec 9, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Bulchiinsaa magaalaa Finfinneetti tajaajilli dabarsa qabeenya dhaabbii yeroof dhaabbachuu Waajjirri Kantiibaa Magaalichaa Beeksise. Waajira Kantiibaatti…