Oduu biyya keessaa Guyyaan qaama miidhamtootaa Magaalaa Dirree Daawaatti Kabajame Ayana Dheressa Dec 3, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Guyyaan qaama miidhamtootaa akka addunyaatti yeroo 31ffaaf akka Ityoophiyaatti ammo yeroo 30ffaaf mata duree “waliin gahiinsa kalaqa hojii qaama…
Oduu biyya keessaa Abbaan Alangaa Waliigalaa Oromiyaa Malaammaltoota irratti tarkaanfii fudhachaa jiraachuu Ibse Ayana Dheressa Dec 3, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa baatiiwwan sadan darbanitti namoota kuma 1fi 321 irratti himata malammaltummaa banuun murtoo kennisiisuu ibse.…
Teeknooloojii Yaa’iin bulchiinsa Intarneetii Idil Addunyaa 17ffaan xumurame Sifen Megersa Dec 2, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Qopheessummaa Ityoophiyaan gaggeeffamaa kan ture Yaa'iin Bulchiinsa Intarneetii Idil Addunyaa 17ffaan milkiin xumurameera. Sirna cufiinsa…
Biiznasii Albuudni qaaliin karaa seeraan alaa daddabarfamaa ture Kg 4.18 to’atame Sifen Megersa Dec 2, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Albuudni qaaliin 'Akkuwaa Maaraayin' jedhamu karaa seeraan alaa daddabarfamaa ture Kg 4.18 to'atamuu Komishiniin Gumurukaa beeksiiseera. Albuudichi…
Ispoortii Gaanaan tapha Waancaa Addunyaa 22ffaa ala yoo taatu, Kooriyaan Kibbaa marsaa itti aanuuf dabarte Sifen Megersa Dec 2, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Poorchugaalii fi Kooriyaan Kibbaa tapha moo'atanii darbuu Waancaa addunyaa 22ffaaf darbaniiru. Uraagaay goolii 2 fi 0n Gaanaa injifattus Kooriyaan…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii waloo Komishinii Marii Biyyaalessaafi Deeggartoota Misoomaa 2ffaan gaggeeffame Ayana Dheressa Dec 2, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Waltajjiin marii waloo Komishinii Marii Biyyaalessaafi Dhaabbilee Deeggartoota Misoomaa 2ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera. Waltajjichi tumsa…
Oduu biyya keessaa Wiixata dhufu hayyoota yuunivarsitiiwwanii waliin ni mari’atama Debela Tadesse Dec 2, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC)- Wiixata dhufu hayyoota yuunivarsitiwwaaniirraa babba’an waliin waltajjiin marii akka gaggeeffamu Yuunivarsiitiin Finfinnee fi Yuunivarsiitiin Barnoota…
Oduu biyya keessaa Viint Sarf qophii Ityoophiyaan Yaa’ii Bulchiinsa Intarneetiif taasifte dinqisiifatan Ayana Dheressa Dec 2, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Abbaa Intarneetii jedhamuun kan beekaman Viint Sarf qophii Ityoophiyaan Yaa’ii bulchiinsa Intarneetii Idil Addunyaa 17ffaaf taasifte dinqisiifatan.…
Oduu biyya keessaa Obbo Qajeelaa Mardasaan Ityoophiyaatti Ambaasaddaara Poorchugaal waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 2, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Ministiri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan Ityoophiyaatti Ambaasaddara Poorchugaal Luuyisaa Firaagoos waliin mari’atan. Marii…
Oduu biyya keessaa Mootummaan hojiilee deebisanii dandamachiisuu hojjetuuf deeggarsa ni taasifana-UNDP Debela Tadesse Dec 2, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Sagantaan Misoomaa Dhaabbata mootummoota Gamtoomanii naannawaa walitti bu’iinsaan manca’an deebisanii ijaaruuf Ityoophiyaan hojiilee hojjettuuf deeggarsa…