Oduu biyya keessaa ABUT saamichi raawwate akka yaaddesseen Ameerikaan ibsite Debela Tadesse Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) –Gareen ABUT Maqaleetti kan argamu mankuusaa Sagantaa Nyaataa Addunyaarratti raawwate akka yaaddesseen ibsite. Waajjirri Dhimma Alaa Ameerikaa ibsa…
Oduu biyya keessaa BHGO Horsiisee bultoota Godina Harargee Bahaaf deeggarsa midhaan nyaataa taasiise Debela Tadesse Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Godina Harargee Bahaatti, horsiisee bultoota Aanaa Mayyuu Mulluqqee hongeen miidhamaniif, midhaan nyaataa kuntaala 800…
Oduu biyya keessaa Saamichi hidhattoonni garee ABUT raawwatan qaanessaadha- Deeviid Baaslee Sifen Megersa Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) –Saamichi hidhattoonni garee ABUT raawwatan qaanessaa ta'uu Daayreektarri Olaanaan Sagantaa Nyaataa Addunyaa Deeviid Baaslee ibsaniiru. Hidhattoonni…
Oduu biyya keessaa ABUT Kuusaa DhMG Maqaleetti argamu saamuu ibsame Sifen Megersa Aug 25, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) –Hidhattoonni garee ABUT Kuusaa Maqaleetti argamu saamuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksiise. Dubbii Himaan Barreessaa Olaanaa Dhaabbata…
Oduu biyya keessaa Dhimmi Tigraay furmaata argachuu kan danda’u marii qofaani- Dooktar Abrahaam Balaay Ayana Dheressa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Dhimmi Tigraay furmaata waaraa argachuu kan danda’u marii karaa nagaa qofaan ta’uu Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abrahaam Balaay…
Oduu biyya keessaa Jilli Ajajaa Olaanaa Humna Waraana Lafarraa Ugaandaan durfamu hidha haaromsaa daawwate Ayana Dheressa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Jilli Ajajaa Olaanaa Humna Waraana Lafarraa Ugaandaafi Gorsaa Olaanaa Duula Addaa Pireezidaant Yuweerii Muuseveenii Letenaal Jeneraal Muuhoozii…
Oduu biyya keessaa Pireezdaant Saahilawarq Zawdeen Ambaasaaddar Biraaziiliif gaggeessaa taasisan Ayana Dheressa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Pireezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ambaasaaddar Biraaziil yeroo turtii isaanii xumuran Luwiiz Eeduu’ardoo Dee Aji’ar Viilaariinihoo Peediroosiif…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 26 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Marsaa sadiin lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 26 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame. Lammiilee kanneen keessaa 845 dhiirota, 153…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan dabarsuu liqaa ilaalchisee murtoo koreen biyyoota liqeessitootaa dabarse dinqisiifatte Ayana Dheressa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan dabarsuu liqaa biyyattii ilaalchisee murtoo koreen biyyoota liqeessitootaa dabarse haala gaariin kan ilaalu ta’uu Ministeerri Maallaqaa ibse.…
Oduu biyya keessaa Aadde Caaltuu Saaniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Saa’uud Arabiyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 24, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin Ityoophiyaatti, Ambaasaaddara Saa’uud Arabiyaa Dooktar Fahaad…