Idil Addunyaa Turkitti yeroo 2ffaaf kirkirri lafaa muudate Sifen Megersa Feb 7, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC) – Turkitti yeroo 2ffaaf kirkirri lafaa Reektar Iskeelii 5.7 ta’ee galmaa’e muudate. Balaan kirkira lafaa kun har’a ganama kutaalee Baha biyyattiitti kan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Chaayinaan deeggarsa nyaataa ariifachiisaaf waliigaltee Birrii miiliyoona 161… Debela Tadesse Feb 7, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Chaayinaan deeggarsa nyaataa ariifachiisaaf waliigaltee Birrii miiliyoona 161 mallatteessaniiru. Waliigaltechis deeggarsa nyaataa yeroo…
Biiznasii Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Maqalee fi naannawaa ishee dameelee 31’tti tajaajila guutuu eegale Debela Tadesse Feb 7, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa Naannoo Tigraay Magaalaa Maqalee fi naannawaa ishee dameelee 31tti tajaajila baankii guutuu kennuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Piroojektoota fayyadamummaa ummataa mirkaneessan xumuruuf hojiin hojjetamu cimee itti fufuu qaba –… Sifen Megersa Feb 7, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC) – Piroojektoota fayyadamummaa ummataa mirkaneessan xumuruuf hojiin hojjetamu cimee itti fufuu akka qabu Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin…
Oduu biyya keessaa Gaambeellaatti jijjiiramni sa’aatii hojii baatii sadiif turu taasifame Debela Tadesse Feb 7, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Naannoo Gaambeellaatti ho’ina dabalaa dhuferraan kan ka’e borurraa eegalee hojiirra kan oolu sa’aatii hojii mootummaarratti jijjiirramni taasifamuu Manni…
Oduu biyya keessaa Bu’aan yeroo sagalee murtee ummataa ifoome Debela Tadesse Feb 7, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Godinaalee ja’aa fi aanaalee addaa shan Naannoo Sabaa fi Sabalammoota Kibbaa jalatti argamanitti murtee ummataa gaggeeffameen bu’aan yeroo ummataaf ifoomuu…
Oduu biyya keessaa Sirni cimaan yoo hin jiraanne injifannoon itti fufuu hin danda’u – Pireezidaanti Shimallis… Sifen Megersa Feb 7, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC) – Sirni cimaan yoo hin jiraanne injifannoon itti fufuu hin danda'u jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Obbo…
Biiznasii Naannichatti baatiwwan jahaan darban galiin Birriin biiliyoonni 1 ol walitti qabame Sifen Megersa Feb 7, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti baatiwwan Jahaan darban galiin Birriin biiliyoonni 1 ol walitti qabamuu ibsameera. Naannichatti walakkaa waggaa…
Oduu biyya keessaa Zayiitiin liitirri miiliyoona 1.2 hawaasaaf raabsame Debela Tadesse Feb 7, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Misooma Galteewwan Indaastirii Ityoophiyaa zayiita nyaataa Jibuutiirraa bitee gara biyyaatti geejjibuun hawaasaaf raabsaa jiraachuu beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Turkii fi Sooriyaatti balaa kirkira lafaa ga’een lubbuun darbuutti gadda itti… Debela Tadesse Feb 7, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Turkii fi Sooriyaatti balaa kirkira lafaa ga’een lubbuun namootaa darbuutti gadda itti dhaga’ame ibsan. Muummeen…