Oduu biyya keessaa “Atimiis” ergama nageenya naannawichaa kabajiisuu fudhate Debela Tadesse Aug 15, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2014 (FBC) – Kibba Lixa Somaaliyaatti ergama nageenya kabachiisuu AMISOM bahachaa kan turee Raayyaan Nageenya Kabachiisaa Ityoophiyaa marsaa 6ffaa moggaasa maqaa…
Oduu biyya keessaa Humna waraanaa amansiisaa ijaaruuf hojjetamaa jira – Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaa Sifen Megersa Aug 15, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2014 (FBC) – Bara baajataa 2015 Humna waraanaa amansiisaa ijaaruuf hojjetamaa jiraaachuu Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaan ibsan. Bara baajataa kana…
Oduu biyya keessaa Filannoo naannawaarratti mariin gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Aug 15, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 9,2014 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa marii filannoo naannawaa gaggeessuuf dandeessisurratti qaamolee dhimmamtootaa waliin mari’achaa jira. Qorannoo boordichi…
Oduu biyya keessaa Daandiin Adda Baba’ii Puushkiin-Gofaa eebbifame Debela Tadesse Aug 15, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti ijaarsi pirojektii daandii Adda Baba’ii Puushkiin-Gofaa kiiloomeetira 3.8 fagaatu eebbifameera. Bara 2012 kan eegale ijaarsi…
Idil Addunyaa Raashiyaan Hariiroo Kooriyaa Kaabaa waliin qabdu cimsite itti fufti – Putiin Sifen Megersa Aug 15, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 9, 2014 (FBC) – Raashiyaan Hariiroo waloo Kooriyaa Kaabaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Pireezidaanti Putiin ibsan. Pireezidaantiin…
Oduu biyya keessaa Ashaaraan magariisaa aadaa magariisa uumuun milkaa’eera- MM Abiy Ahimad Ayana Dheressa Aug 15, 2022 0 Ashaaraan magariisaa aadaa magariisa uumuun milkaa’eera- MM Abiy Ahimad Finfinnee, Hagayya 9,2014 (FBC)- Ashaaraan magariisaa aadaa magariisa uumuun milkaa’eera jedhan Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Lammiilee biyya alaa jiraatan waliin qindoominaan hojjechuuf mari’atame Debela Tadesse Aug 14, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat Kaamiil muuxannoo fi beekumsa lammiilee biyyaa alaa jiraatanii qindeessuun haala waliin hojjechuun…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Naannoo Somaaleetti bu’uuraalee misoomaa ijaaramaa jiran dinqisiifatan Debela Tadesse Aug 14, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Somaalee yeroo gababaa keessatti bu’uuraalee misoomaa bal’aa ijaaraa jiru kan dinqisiifatamu ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Wanbaraatti lammiileen kumni 1 fi 395 giddugalatti deebi’aniiru Debela Tadesse Aug 14, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) – Godina Matakkal Aanaa Wambaraatti hojiilee olaantummaa seeraa kabachiisuu hojjetamaa jiru hordofee lammiileen kumni 1 fi 395 gara Giddugalaa Koongitti…
Oduu biyya keessaa Naannoo Amaaraatti daddabarsitoonni meeshaalee waraanaa to’ataman Debela Tadesse Aug 14, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 8, 2014 (FBC) – Naannoo Amaaraatti guyyootaa 45’f hordoffii daddabarsitootaa meeshaalee waraanaa seeraan alaarratti gaggeeffamaa tureen namoonni shakkaman to’annoo jala…