Oduu biyya keessaa Pirojektii Finnaa jiruu fi jireenya hawaasa jijjiire Tsehay Guluma Jul 5, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Godina Boraana Bahaatti pirojektii Finnaa ijaarame jiruuf jireenya keenya jijjiiree jedhan qonnan Bultoonni Godinicha Aanaa Gooroo Doolaa.…
Oduu biyya keessaa Hoggansii fi Miseensonni Humna Eegdoota rippabilikaanii Biqiltuu dhaaban Tsehay Guluma Jul 5, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Hoggansii fi miseensonni humna Eegdota Rippabilikaanii Hojjettoota Waajjira Ministira Muummee waliin ta’uu gaara Yakkaarratti Biqiltuu Ashaaraa…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa deeggarsa Dhaabbilee Diimokiraasiif taasisu cimsee itti fufa-Afyaa’ii Taaggasaa… Tsehay Guluma Jul 5, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Dhaabbilee Diimookiraasii bilisaa fi walabaa ijaarsa biyyaa cimaaf gahee qaban caalmaatti guddisuuf Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa deeggarsa isaa…
Idil Addunyaa Ameerikaa Teeksaasitti balaa lolaan lubbuun namoota 24 darbe Tsehay Guluma Jul 5, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Ameerikaa Bulchiinsa Teeksaasitti guyyaa kaleessaa balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 24 darbeera. Pireezidaantiin Biyyaatii Doonaald Tiraampi…
Oduu biyya keessaa Gujiin wiirtuu tokkummaa, giddugala aadaafi safuuti – Pireezidaanti Shimallis Sifen Megersa Jul 4, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC) –Gujiin wiirtuu tokkummaa, giddugala aadaafi safuuti jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Gujiin Woyyuu; Waaqatu…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Gujiitti hoggantoota WBO waamicha nageenyaa fudhatan simatan Sifen Megersa Jul 4, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Gujiitti hoggantoota WBO waamicha nageenyaa fudhatan simatan. Pireezdaanti…
Oduu biyya keessaa Kitaabni “Itiyoophiyaawwii Diimookiraasii Fillagaa” duudhaalee aadaa Itiyoophiyaa kan hammate- Obbo… Ayana Dheressa Jul 4, 2025 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2017 (FMC) – Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii Obbo Adam Faaraah kitaabni “Itiyoophiyaawwii…
Oduu biyya keessaa Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee murtoowwan garaagaraa dabarse Ayana Dheressa Jul 4, 2025 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2017 (FMC) – Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Walga’ii idilee 13ffaa bara hojii 4ffaa taa’een ajandaalee afur irratti mari’achuun murtoo dabarseera.…
Oduu biyya keessaa Kaayyoo fi Maalummaa Mana Murtii Aadaa Ayana Dheressa Jul 4, 2025 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2017 (FMC) - Mala aadaatiin wal-diddaa hiikuun Itiyoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa hedduu keessatti jaarraa hedduuf dhimma itti bahamaa tureera. Mala aadaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa heddummina yaadaan ijaaramte dhugoomsuuf waltumsuu qabna- Obbo Tamsgeen Xurunaa Ayana Dheressa Jul 4, 2025 0 Finfinnee,Waxabajjii 27, 2017 (FMC) – Itti aanaan Ministira Muummee FDRI obbo Tamasgeen Xurunaan Itiyoophiyaa heddummina yaadaan ijaaramte dhugoomsuuf waltumsuu qabna jedhan. Obbo…