Oduu biyya keessaa Shakkamaan meeshaalee waraanaa Shaneef dabarsuuf ture to’atame Sifen Megersa Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Dabra Seenaatti Shakkamaan meeshaalee waraanaa Shaneef dabarsuuf ture to’atamuu ibsameera. Tajaajila…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaan rasaasa seeraan alaa dhoksan dabarsuuf yaale to’atame Sifen Megersa Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa aanaa Noonnootti namni dhuunfaan rasaasa seeraan alaa dhoksan dabarsuuf yaale to’atamuu Poolisiin beeksise. Namni…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Umood Ujuluu waldaalee warqee baasan daawwataan Obse Wakgari Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Gambeellaa Umood Ujuluu waldaalee warqee baasan daawwataaniiru. Daawwannicharratti preezdaanticha dabalatee…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen gaaffii bu’uuraa hojii barbaaddota magaalaa furuu dandeessisu mallatteeffame Ayana Dheressa Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Waliigalteen gaaffii bu’uuraa hojii barbaaddota magaalaa keessatti daran dabalaa dhufe furuu dandeessisu mallatteeffameera. Waliigaltichi Ministeera…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Ahimad Shiideetiin durfamu misooma qarqara laga Aweetuu daawwate Obse Wakgari Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideetiin durfamu misooma qarqara laga Aweetuu daawwateera. Daawwannicharratti Obbo Ahimad…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Galiiwwanii lammiilee Waaghimraatti qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa… Ayana Dheressa Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Ministeerri Galiiwwanii lammiilee bulchiinsa saba Waaghimraatti qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa nyaataa fi uffataa Birrii…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qonnaa arfaasaa fi gannaa bara kanaatin lafa heektaara miiliyoona 6.3 misoomsuuf… Obse Wakgari Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti qonnaa arfaasaa fi gannaa bara kanaatin lafa heektaara miiliyoona 6.3 misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu ibsameera. Qonnaa arfaasaa…
Uncategorized Fooramiin filannoowwan invastimantii adda addaarratti xiyyeeffate Hinditti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Fooramiin filannoowwan invastimantii adda addaarratti xiyyeeffate Hinditti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera. Hinditti Imbaasiin Ityoophiyaa,…
Ispoortii Atleet Almaaz Ayyaanaan gara dorgommiiwwan idil addunyaatti deebite Ayana Dheressa Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Haadha riikkardii meetira kuma 10 kan taate Atleet Almaaz Ayyaanaan gara dorgommiiwwan idil addunyaatti deebiteerti. Olompiikii Riyoo Biraaziilitti…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Ahimad Shideetiin durfamu fincaa’a Saqqaa daawwate Obse Wakgari Apr 4, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideetiin durfamu fincaa'a Saqqaa daawwateera. Daawwannicharratti daayrektarri Olaanaa Abbaa…