Yaa’ii Bulchiinsa Interneetii 17ffaa Ityoophiyaan qopheessiturratti hirmaattoonni hanga kuma 2500 ni…
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) – Yaa’ii Bulchiinsa Interneetii 17ffaa Ityoophiyaan qopheessiturratti guutuu addunyaarraa hirmaattoonni hanga kuma 2 fi 500 ta’an ni hirmaatu jedhame.…