Raayyaan Ittisa Biyyaa fi ABUT walharkaa fuudhiinsa meeshaalee waraanaa guguddaa gaggeessuu eegalan
Finfinnee, Amajjii 3, 2015(FBC)- Bu’uura waliigaltee Afrika Kibbaa fi Keeniyaatti taasifameen Raayyaan Ittisa biyyaa fi ABUT walharkaa fuudhiinsa meeshaalee waraanaa guguddaa gaggeessuu…