Biiroon Fayyaa Oromiyaa sadarkaa tatamsa’ina busaa to’achuurra gahuu beeksise
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Naannoo Oromiyaatti tarkaanfiiwwan hatattamaan fudhatamaniin dhibee busaa ittisuu fi to’achuun tatamsa’ina busaa naannichatti dabalaa dhufe sadarkaa…