Garee ergama waliigaltee nageenyaa to’atu, mirkaneessuu fi kabachiisu hundaa’u isaa ni dinqisiifanna…
Finfinnee, Mudde 21, 2015(FBC)- Gareen ergama waliigaltee nageenyaa to’atu, mirkaneessuu fi kabachiisu hundaa’uun nagenya uummata kaaba Ityoophiyaa mirkaneessuuf tarkaanfii barbaachisaa…