Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Bulee Horaa barattoota 1493 eebbisiise Sifen Megersa Jul 16, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Yuunivarsitiin Bulee Horaa barattoota sagantaa idilee fi idilee alaan digrii jalqabaa fi lammaffaan barsiisaa ture kuma 1 fi 493…
Biiznasii Biirichi bara baajataa xumurametti galii Birrii biiliyoona 2.3 ol walitti qabuu beeksiise Sifen Megersa Jul 16, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Biiroon Galiiwwanii naannoo Afaar bara baajataa xumurametti galii Birrii biiliyoona 2.3 ol walitti qabuu beeksiiseera. Biirichi bara baajataa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Ristuu Yirdaawu fi Obbo Ahimad Shiideen godina Kaambaataa Xambaarootti biqiltuu… Sifen Megersa Jul 16, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Ummattoota Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaaw fi Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen sagantaa Ashaaraa…
Ispoortii Fiigicha Gulaallii shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa eda gaggeeffameen Atleetoonni… Sifen Megersa Jul 16, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 9, 2014 (FBC) –Fiigicha Gulaallii shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa eda Ooriiganitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa kooriniyaa lamaaniinu marsaa…
Oduu biyya keessaa Shawaa Bahaatti Shanee 129 irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame Sifen Megersa Jul 15, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) –Aanaalee Godina Shawaa Bahaa afuritti Oppireeshinii olaantummaa Seeraa kabachiisuu gaggeeffamaa tureen miseensota Shanee 129 irratti tarkaanfiin…
Oduu biyya keessaa Deebii gaaffii naannoo ta’uu karaa nagaan argachuuf socho’uurra dhimmicha gara jeequmsaa… Debela Tadesse Jul 15, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) –Gaaffiin naannoo ta'uu karaan nagaan furmata argachuu osoo danda'uu dhimmicha madda jeequmsaa fi hokkoraa taasiisuuf qaamolee yaalanirratti tarkaanfiin…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi waggaa ittaanutti sagantaalee barnootaa 70 irratti qormaanni ba’umsaa kan kennamu… Ayana Dheressa Jul 15, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Ministeerri Barnootaa waggaa ittaanutti sagantaalee barnootaa 70 irratti qormaanni ba’umsaa yuunvarsiitii barattoota eebbifamtootaaf kan kennamu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Kaampaasii fi dameewwan dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa 104 irratti tarkaanfiin fudhatame Ayana Dheressa Jul 15, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Kaampaasii fi dameewwan dhaabbilee barnoota olaanoo dhuunfaa 104 irratti tarkaanfiin Sirreeffamaa fudhatamuu Abbaan Taayitaa Barnootaa fi Leenjii FDRI…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi DhMGtti dhaabbata walqixummaa Koorniyaa fi Dubartoota Ga’oomsuu waliin waliigaltee… Ayana Dheressa Jul 15, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti dhaabbata walqixummaa Koorniyaa fi Dubartoota Ga’oomsuu waliin…
Oduu biyya keessaa Nageenyii fi araarri akka babal’atuuf gaheen waldaalee siiviilii olaanadha-Ministira Haqaa Debela Tadesse Jul 15, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2014 (FBC) – Nageenyi biyyaa fi araarri akka babal’atu gama taasisuun dhaabbileen waldaalee siiviilii gahee olaanaa akka qaban Ministirri Ministeera Haqaa Dooktar…