Oomishaaleen akaakuu 38 yeroof biyya keessa akka hinseenne dhorkaman
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Oomishaaleen akaakuu 38 sanadni wabii baankii (LC) banameefii biyya keessa akka hinseenne yeroof dhorkaman.
Oomishaaleen kunneen kallattii Koreen…