Oduu biyya keessaa Xaa’oon biyyee meetirik toonii kuma 57 ol Jibuutii qaqqabe Debela Tadesse Dec 28, 2022 0 Finfinnee, Mudde 19, 2015 (FBC)- Omisha bara 2015/2016’f xaa’oo biyyee toonii kuma 57 fi 295 Morookoorra fe’ame Jibuutii qaqqabuun ibsame. Dhaabbanni Tajaajila Geejjiba Galaanaa fi…
Oduu biyya keessaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan gita isaanii Turkii waliin mari’atan Debela Tadesse Dec 28, 2022 0 Finfinnee, Mudde 19, 2015 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan gita isaanii Yaasir Naasir waliin mari’ataniiru. Jilli Fiildi…
Biiznasii Baankichi baatiwwan 12 darban tajaajila Baankii Diijitaalaan Maallaqa Tiriiliyoona 1.9 waljijjiirraa… Sifen Megersa Dec 27, 2022 0 Finfinnee, Mudde 18, 2015 (FBC) - Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa baatiwwan 12 darban tajaajila Baankii Diijitaalaan MaallaqaTiriiliyoona 1.9 waljijjiirraa taasiisuu beeksiseera. Tajaajila…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ambaasaaddaroota yeroo hojii isaanii xumuruun gara Ityoophiyaa deebi’aniif beekkamtii… Sifen Megersa Dec 27, 2022 0 Finfinnee, Mudde 18, 2015 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Ambaasaaddaroota yeroo hojii isaanii xumuruun gara Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 682 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Dec 27, 2022 0 Finfinnee, Mudde 18 , 2015 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan 682 har’a gara biyyaa deebi’aniiru. Sadaasa 12, 2015 eegalee hanga ammaatti…
Biiznasii Baankiin Daldaala Ityoophiyaa magaalaa Adwaaattii tajaajila kennu eegalu beeksise Sifen Megersa Dec 27, 2022 0 Finfinnee, Mudde 18 , 2015 (FBC)- Baankiin Daldaala Ityoophiyaa magaalaa Adwaaattii guyyaa har’a tajaajila kennuu eegaluu beeksiseera. Baankichi waliigaltee nageenyaa mootummaa fi ABUT…
Oduu biyya keessaa Korporeeshinichi Biiroo Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ammayyeessuuf… Ayana Dheressa Dec 27, 2022 0 Finfinnee, Mudde 18, 2015(FBC)- Korporeeshiniin Manneenii Federaalaa Biiroo Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ammayyeessuuf waliigaltee mallatteessuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Jilli hoggantootaa Biiroo Qonnaa Oromiyaan durfamu Aanaalee godina Shawaa Kibba Lixaatti hojii… Sifen Megersa Dec 27, 2022 0 Finfinnee, Mudde 18, 2015 (FBC) - Jilli hoggantootaa Biiroo Qonnaa Oromiyaan durfamu Aanaalee godina Shawaa Kibba Lixaatti hojii facaasaa misooma qamadii bonee daawwateera. Akka godina…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti hoggantoonni yakka malaammaltummaan shakkaman to’anno jala oolaa jiru Sifen Megersa Dec 27, 2022 0 Finfinnee, 18, 2015 (FBC ) – Naannoo Harariitti hoggantoonni mootummaa yakka malaammaltummaan shakkaman to’annoo seeraa jala oolaa jiraachuu Komishiniin Farra Malaammaltummaa naannichaa…
Oduu biyya keessaa Sochiin walitti bu’iinsa kaaba biyyattii karaa nagaan furuuf eegalame gara boqonnaa murteessaatti… Ayana Dheressa Dec 27, 2022 0 Finfinnee, Mudde 18, 2015(FBC)- Sochiin walitti bu’iinsa kaaba biyyattii karaa nagaan furuuf eegalame gara boqonnaa murteessaatti ce’eera jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri…