Raayyaan keenya waardiyyaa biyyaa qofa osoo hin taane humna misoomaaa ta’uu gochaan agarsiisaa…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2014 (FBC) – Raayyaan keenya waardiyyaa biyyaa qofa osoo hin taane humna misoomaa ta'uu gochaan agarsiisaa jira jedhan Ajajaa olaanaan humna Qilleensaa Ityoophiyaa…