Jiibsamii waliin fe’amee gara Keeniyaatti dabarfamaa kan ture baalli hadoochituun Kg 6000 ol…
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)-Naannoo Kibbaa Godina Oomoo Kibbaarraa jiibsamii waliin kan fe’amee baala hadoochitu kiiloo giraamaa kuma 6 fi 150 to’annoo jala oochu Poolisiin godinichaa…