Magaalaa Adaamaatti ergamtoonni Shaneefi ABUT 82 to’atamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Magaalaa Adaamaatti meeshaalee waraanaa garaagaraa dabalatee ergamtoonni Shaneefi ABUT 82 to’atamuu Biiroon Bulchiinsaafi Nageenyaa magaalichaa ibse.…