Jilli Ministira Ittisaa Somaaliyaa Abdulkadiir Mahaammadnuuriiin durfamu Finfinnee gale
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ittisaa Somaaliyaa Abdulkadiir mahaammadnuuriiin durfamu daawwanna hojiif Finfinnee galeera.
Jilichi wayitaa buufata Xiyyaraa Idil…