Addunyaarraa namoonni miiliyoonni 50 ol rakkoo beela hamaaf saaxilamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2015 (FBC)- Addunyaarraa namoonni miiliyoonni 50 ol rakkoo beela hamaaf saaxilamuu Sagantaan Nyaata Addunyaa beeksise.
Yeroo ammaa rakkichi mana lammiilee…