Tattaaffii lammiilee Saa’udiirraa biyyatti deebisuu ilaalchisee aanga’oota biyyattii waliin…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)-Saa’ud Arabiyaatti lammiilee Ityoophiyaa haala rakkisaa keessatti argaman gara biyyaatti deebisuuf tattaaffi taasifamaa jiru irratti aanga’oota biyyattii…