Dhibee sombaa ittisuu fi to’achuuf hoggansi sadarkaan jiru xiyyeeffannaa kennuu qaba-Ministeera…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)-Dhibee sombaa (TB) ittisuu fi to’achuuf, akkasumas deeggarsa faayinaansii biyya keessaa guddisuuf hoggansi sadarkaan jiru xiyyeeffannaa kennuu akka qabu…