Inisheetiviin misoomaa Chaayinaa galmoota misoomaa hojiirra oolchuuf murteessaadha-Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2015 (FBC) – Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin, galmoota misoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii hojiirra oolchuuf…