Magaalaan Finfinnee Paampiwwan Bishaanii 110 naannoo Somaaleef gumaache
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti waltajjiin Maaddii Madaallawwaa beeksisuu gaggeeffame.
Waltajjii kanarratti Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii…