Ispoortii Faransaay goolii 2 fi 1n Deenmaarki injifatte Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa galgala kana taphatameen Faransaay Deenmaarki goolii 2 fi 1n injifateerti. Shaampiyoonaan Waancaa Addunyaa 2018 Faransaay…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwal Aarbaan abbootii qabeenyaa naannichaa waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan hojiilee misoomaa hojjetamaa jiruu fi rakkoolee muudataa jiran ilaalchisee abbootii qabeenyaa naannichaa…
Oduu biyya keessaa Konfirensiin misoomaa fi nageenyaa ummata Oromoo fi Somaalee gaggeeffame Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Godina Baaleetti Konfirensii misoomaa fi nageenyaa ummata Oromoo fi Somaalee gaggeeffameera. Obbolummaa seenaa bara dheeraa hawaasni Oromoo fi Somaalee…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi Paampiwwan Bishaanii 400 naannoo Somaaleef gumaache Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Ministeerri Jallisii fi naannawaa Gammoojjii Paampiwwan Bishaanii 400 naannoo Somaaleef gumaacheera. Ministirri Ministeera Jallisii fi naannawaa…
Ispoortii Poolaandi goolii 2 fi 0n Saa’uud Arabiyaa injifatte Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan har'a Poolaandii fi Saa'uud Arabiyaa gidduutti taphatame olaantummaa Poolaandiin xumurame. Piyootar Ziiliinskiin…
Oduu biyya keessaa Baankiin Misoomaa meeshaalee Makaanaayizeeshinii qonnaaf tajaajilan maamiltootaaf dabarse Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa deeggarsa maallaqaa Baankii misoomaa Jarmanirraa argateen meeshaalee Makaanaayizeeshinii qonnaaf tajaajilan maamiltootaaf…
Oduu biyya keessaa Kitaabonni mata dureen isaanii “ateetee fi kuusaa afoola Oromoo Arsii “jedhaman… Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Kitaabonni mata dureen isaanii "ateetee fi kuusaa afoola Oromoo Arsii "jedhaman hayyuu aadaa fi seenaa obbo Boonsamoo Mi'eessootiin barreeffaman…
Oduu biyya keessaa Sudaan Kibbaa dhimmoota nageenyarratti Ityoophiyaa waliin tumsaan kan hojjettu ta’u ibsite Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Aanga'oonni Olaanoon odeeffannoo Waraanaa Sudaan Kibbaa fi Ityoophiyaa dhimmoota nageenyaa fi tasgabbiirratti tumsaan hojjechuuf Finfinneetti…
Idil Addunyaa Chaayinaan nageenyaa fi tasgabbii addunyaaf Kooriyaa Kaabaa waliin qindoominaan ni hojjetti –… Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Chaayinaan nageenyaa fi tasgabbii addunyaaf Kooriyaa Kaabaa waliin qindoominaan hojjechuuf murannoo qabaachuu Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing…
Ispoortii Tapha waancaa Addunyaa har’a gaggeeffamen Awustiraaliyaan Tuuniziyaa injifatte Sifen Megersa Nov 26, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa har'a taphatameen Awustiraaliyaan goolii 1 fi 0n Tuuniziyaa injifatteerti. Miicheel Duuk daqiiqaa 23ffarratti…