Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil addunyaa lammiilee kuma 42f deeggarsa taasise
Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil addunyaa Godina Waaghumraatti lammiilee kuma 42f deeggarsa midhaan nyaataa fi meeshaalee nyaataan alaa taasisuu beeksiseera.…