MM Abiy Ahimad gaaffiilee dameewwan garaagarratti ka’aniif deebii laataniiru
Finfinnee, Sadaasa 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gaaffilee dameewwan garaagaraarratti miseensota Mana Maree bakka bu’oota ummataarraa ka’aniif deebii laataniiru.…