Dhaabbatichi oomishaalee Birrii biiliyoona 2.6 baasaan gabaaf dhiyeesse
Finfinnee, Amajjii 1, 2017 (FMC) – Dhaabbanni Misooma Galteewwan Indaastirii Itiyoophiyaa baatiwwan shanan darban keessa oomishaalee Birrii biiliyoona 2.6 ol baasaan gabaaf dhiyeessuu…