Godina Jimmaatti Paampiin bishaanii 850 qonnaan bultootaaf raabsame
Finfinnee, Fulbaana 24, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti misooma jallisiif marsaa jalqabaan Paampiin bishaanii 850 qonnaan bultootaaf raabsameera.
Paampiiwwan kunneen Birrii miiliyoona 35…