Magaalichatti qaamoleen tooftaa garaagaraan hanna raawwachaa turan to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 19, 2014( FBC)- Magaalaa Finfinneetti qaamoleen tooftaa garaagaraan yakka hannaa raawwachaa turan to’atamuu poolisiin ibse.
Hawaasni magaalichaa Faanaa Broodkaastiing…