Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 76 Saa’udiirraa deebi’an Debela Tadesse Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa marsaa sadiin lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaarraa deebisuuf hojiilee hojjetamaniin lammiileen kumni 1 fi 76 gara biyyaatti…
Oduu biyya keessaa Tigiraay, godinaalee garaagaraatti bu’uuraaleen misoomaa bishaanii suphamuun tajaajila kennuu… Debela Tadesse Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Naannoo Tigiraay, godinaalee garaagaraatti sababa walitti bu’iinsaan bu’uuraaleen misoomaa bishaanii manca'an suphamuun tajaajila kennuu eegaluu Koreen…
Oduu biyya keessaa Bu’aa qabeessummaa hojiilee jijjiiramaa Ityoophiyaan gaggeessituu jarman deeggarsa gama ishee ni… Debela Tadesse Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Bu’aa qabeessummaa hojiilee jijjiiramaa Ityoophiyaan gaggeessituu Jarman deeggarsa gama ishee akka taasistu Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jarman Isteefen…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafee Mahaammad miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa garee Al Shabaab barbadeessuuf hiriiran… Ayana Dheressa Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC)- Pirezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa humna Addaa naannichaa waliin ta'uun garee shororkeessaa Al…
Teeknooloojii Ityoophiyaan yaa’ii bulchiinsa marsariitii idil addunyaa 17ffaa gaggeessiturratti biyyoonni Afrikaa… Ayana Dheressa Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan yaa’ii bulchiinsa marsariitii Idil addunyaa 17ffaa bara dhufu gaggeessiturratti biyyoonni Afrikaa dammaqinaan akka hirmaataniif waamicha…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti bu’aan qormaata kutaa 8ffaa ifoome Ayana Dheressa Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti bu’aan qormaata kutaa 8ffaa bara barnootaa 2014 ifoomuu Biiroon Barnoota magaalichaa beeksiseera. Barattoota qormaaticha…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti duulli manneen harka qalleeyyii 7500 ijaaruu eegaleera Debela Tadesse Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaa keessatti manneen harka qalleeyyii kuma 7 fi 500 ijaaruuf karoorri qabame eegalamuun eerameera. Duulli kunis Godina Arsii Aanaa…
Idil Addunyaa Pireezidaantiin Hindii haaraan Dirooppaadii Murmuu sirna kakuu raawwatan Debela Tadesse Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Waggoota 15 booda dubartiin Pireezidaantii Hindii ta’uun filaman Dirooppaadii Murmuu sirna kakuu raawwataniiru. Guyyaa har’aa magaalaa gudditti…
Oduu biyya keessaa Buufanni Anniisaa Qilleensaa Adaamaa bara baajatichaatti anniisaa Weeggaa Waattii 133.75… Debela Tadesse Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Buufanni Anniisaa Qilleensaa Adaamaa bara baajataa 2014 Giiggaa Waattii 144 maddisiisuuf karoorfamee, Giiggaa Waattii 133.75 maddisiisuun ibsame.…
Oduu biyya keessaa Godina Harargee Bahaatti bara kana qofa lubbuun namoota 197 balaa Tiraafikaan darbuu ibsame Ayana Dheressa Jul 25, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC)- Godina Harargee Bahaatti bara kana qofa lubbuun namoota 197 balaa Tiraafikaan darbuu ibsameera. Godinichatti balaawwwan 215 qaqqabeen lubbuun namoota…