Dirree Dawaatti piroojektoonni Birrii biiliyoona 1.2 ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Magaalaa Dirree Dawaatti piroojektoonni 20 Birrii biiliyoona 1.2 ijaaraman eebbifaman.
Piroojektoonni kunneen bakka Af Yaa’iin magaalaa Dirre Dawaa…