Nageenyi guddinaaf qofa osoo hin taane akka biyyaatti itti fufuuf dhimma murteessaadha jedhame
Finfinnee, Adoolessa 16, 2014 (FBC)- Nageenyi guddinaaf qofa osoo hin taane akka biyyaatti itti fufuuf dhimma murteessaa waan ta’eef garaagarummaa dhippisuun, wal danda’uun, wal kabajuufi…