Deeggarsa boba’aa biyyaalessaa yaadameen jalqabbiiwwan gaarii jiran babal’isuun barbaachisaadha…
Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) – Konkolaattota tajaajila geejiba ummataa kennan fayyadamtootaa kan taasise hojiirra oolmaa deeggarsaa boba’aa biyyaalessaa yaadameen jalqabbiiwwan…