Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad namoota humna hin qabne waliin maaddii qooddatan Sifen Megersa Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Hiikaa fi Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun namoota humna hin qabne waliin maaddii qooddataniiru.…
Biiznasii Naannoon Kibbaa abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 11 ol galmeessaniif eeyyama… Sifen Megersa Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Naannoon Kibbaa abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii Biiliyoona 11 ol galmeessaniif eeyyama Invastimantii kennuu Biiroon Invastimantii fi Indaastirii…
Ispoortii Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 19ffaan Dirree Dawaan qabxii murteessaa… Sifen Megersa Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 19ffaan Dirree Dawaan Jimmaa Abbaa Jifaar injifachuun qabxii murteessaa argateera.…
Oduu biyya keessaa Komiishinichi hawaasni wayita ayyaanoota Faasikaa fi Ramadaanaa kabaju balaa tasaarra akka ofeeguu… Obse Wakgari Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Komiishiniin Hoggansa Hojii Sodaa Balaa fi Ibiddaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee hawaasni wayita ayyaanoota Faasikaa fi Ramadaanaa kabaju balaa ibiddaa fi…
Oduu biyya keessaa Humni waloo gaaffii nageenyaa jiraattota magaalichaa deebisuuf hundaa’e hojii eegaluu ibsame Ayana Dheressa Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Humni waloo gaaffii nageenyaa jiraattota magaalaa Finfinnee deebisuuf hundaa’e hojii eegaluu ibsameera. Rakkoon uummataa akka furamuuf uummata waliin…
Waajabila Faanaa Fardi Aadaa fi seenaa Oromoo keessatti kabaja akkamii qaba? Obse Wakgari Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Fardi seenaa fi aadaa Oromoo keessatti bakka addaa qaba. Hariiroon fardaa fi Oromoo gidduu jirus baayyee adda. Oromoon durii kaasee yeroo waraanaa, gaddaa…
Oduu biyya keessaa Godina Wallaga Bahaatti xaa’oon uumamaa meetrik Kiyuubiin miiliyoonni 3 ol qophaa’uu ibsame Ayana Dheressa Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Godina Wallaga Bahaatti xaa’oon uumamaa meetrik Kiyuubiin miiliyoonni 3 ol qophaa’uu Waajjirri Qonnaa godinichaa ibse. Xaa’oon uumamaa qonnaan bultootaan…
Oduu biyya keessaa Qormaanni biyyaalessaa dhaabbilee Federaalaa keessatti qofa akka laatamu murtaa’e Sifen Megersa Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa dhaabbilee Federaalaa keessatti qofa akka laatamu murtaa’uu Ministeerri Barnootaa beeksiise. Hanna qormaataa,…
Oduu biyya keessaa “Tokkummaan Oromoo nageenya Oromiyaa fi biyyaatiif wabiidha” – Abbaa Gadaa Goobana Hoolaa Sifen Megersa Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Tokkummaan Oromoo nageenya Oromiyaa fi biyyaatiif wabii ta’uu Abbaan Gadaa Tuulamaa fi Barreessaan Abbootii Gadaa Oromoo Goobana Hoolaan ibsan.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Naqamteetti Zayitiin Liitirri kumni dhibbi 1 fi kumni 61 ol fayyadamtootaaf kennamaa jira Ayana Dheressa Apr 18, 2022 0 Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti Komii dhiyeessii gama Zayitiin jiru hiikuuf Zayitiin Liitirri kumni dhibbi 1 fi kumni 61 fi 289 fayyadamtootaaf kennamaa…