Jilli obbo Eebbaa Garbaan durfamu Mana Barumsaa Bultii Addaa Magaalaa Najjoo daawwate
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) – Jilli Hogganaa Inistiityuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa obbo Eebbaa Garbaan durfamu Mana Barumsaa Bultii Addaa Magaalaa Najjoo daawwateera.…