Aanaa Gola Odaatti lafti qonnaa hektaarri dhibbi 9 sanyii qamadii jallisiin uwwifame
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Godina Harargee Bahaa aanaa Gola Odaatti lafti qonnaa hektaarri dhibbi 9 sanyii qamadii jallisiin uwwifamuu ibsame.
Godinichatti qonna jallisee boneen…