MM Abiy Ahimad guyyaa tola ooltummaa sababeeffachuun harka qalleeyyiif manneen jireenyaa dabarsan
Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa tola ooltummaa sababeeffachuun Awwaareetti lammiilee harka qalleeyyiif manneen jireenyaa dabarsaniiru.…