Meedirook lammiilee lolaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15 taasise
Finfinnee ,Qaammee 1,2014 (FBC)- Gareen invastimantii Meedirook naannoo Gambeelaatti lammiilee sababa lolaan qe’eefi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15 taasise.…