Ispoortii Gaanaa 2 -1 Ityoophiyaa Sifen Megersa Mar 27, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gita isaa Gaanaan goolii 2 fi 1 injifatame. Garichi tapha Magaalaa…
Idil Addunyaa Aangoo Putiin kan murteessu ummata Raashiyaa isa filate malee Baayidanii miti- Dubbii Himaa… Sifen Megersa Mar 27, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Aangoo Preezdaant Putiin kan murteessu ummata Raashiyaa isa filate malee Preezdaantii Ameerikaa Joo Baayidanii miti jedhan Dubbii Himaan Kireemliin…
Oduu biyya keessaa Obboleessi kiyyaa Ismaa’eel Oomaar Giilee baga nagaan gara mana keessaan 2ffaatti dhuuftan-MM Abiy… Obse Wakgari Mar 27, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad obboleessi kiyyaa Ismaa’eel Oomaar Giilee baga nagaan gara mana keessaan 2ffaatti dhuuftan jedhaniiru.…
Oduu biyya keessaa Paarlaamaan daa’immanii sadarkaa biyyoolessaatti hundaa’e Obse Wakgari Mar 27, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC)-Ityoophiyaatti bifa haaraan Paarlaamaan daa’immanii sadarkaa biyyoolessaatti hundaa’eera. Paarlaamichi kana dura daa’immaan moodalii jedhuun hundaa’ee…
Ispoortii Atileet Muktaar Idiris fiigicha daandiirraa Ispeenitti gaggeeffame rikoordii haaraa galmeessuun… Obse Wakgari Mar 27, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC)-Atileet Muktaar Idiris fiigicha daandiirraa Ispeenitti gaggeeffame rikoordii haaraa galmeessuun injifateera. Atileet Muktaar Idiris fiigicha fageenya…
Oduu biyya keessaa Hawaasni sochii qaamaa taasisuun fayyummaa isaa eeggachuuf deemsa miilaa fi biskileetaa akka… Obse Wakgari Mar 27, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC)-Bulchiinsi magaalaa Dirre Dhawaa hawaasni sochii qaamaa taasisuun fayyummaa isaa eeggachuuf deemsa miilaafi biskileetaa amaleeffachuu akka qabu…
Oduu biyya keessaa Teeknooloojii duumeessa gara roobaatti jijjiiruutin iddoowwan hongeen miidhamaan rooba olaanaa hanga… Obse Wakgari Mar 27, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Teeknooloojii duumeessa gara roobaatti jijjiiruutin iddoowwan hongeen miidhamaan godinni Booranaa fi Koonsoo rooba olaanaa hanga xiqqaatti argataniiru.…
Oduu biyya keessaa Weeraraa fi miidhaa godina Saba Oromootti qaqqabee dandamachiisuuf waltajjiin gali walitti qabu… Obse Wakgari Mar 27, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) – Waldaa Misooma Walloo Oromoo weeraraa fi miidhaa gareen ABUT godina Saba Oromootti qaqqabsiisee dandamachiisuuf waltajjiin galii walitti qabuu…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo bobbii ragaa sassaabuu bu’a qabeessa taasisuu ibse Obse Wakgari Mar 27, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) –Tajaajilii Nageenya Odeeffannoo sodaa nageenyaa biyyoolessaa isa mudaatee hordofee bobbii ragaa sassabuu bu’aa qabeessaa taasisuu ibseera.…
Oduu biyya keessaa Gabaan Dilbataa Finfinnee cimee itti fufeera-aadde Adaanach Abeebee Obse Wakgari Mar 27, 2022 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2014 (FBC) –Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee gabaan Dilbataa Finfinnee cimee itti fufuu ibsaniiru. Gabaan Dilbataa magaalaa Finfinneetti erga…