Bara baajatichaatti tajaajilli fe’iinsa goggogaa toonii miiliyoona 7.9 kennameera
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Tajaajila Gejibaa Galaanaa fi Loojistoksii Ityoophiyaa bara 2014’tti tajaajila fe’iinsa goggogaa toonii miiliyoona 7.9 kennuu beeksiseera.…