Ispoortii Liiverpuul 2 – 2 Maanchiister Yuunaayitiid Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 20ffaan taphni eegamaa ture Darbiin Laankishaayer qixaan xumurameera. Morkiin seenaa taphni Liiverpuulii fi…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti saaxilamummaa kirkira lafaan walqabatee koreen ogeeyyii hundaa’e Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti carraa saaxilamummaa kirkira lafaa gara fulduraa mudachuu malu hubannoo keessa galchuun qorannoo of eeggannoo duraa gaggeessuuf koreen…
Ispoortii Kilabni magaalaa Adaamaa Yuuniversiitii Walwaaloo Addigraat injifate Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaa har'a taphatameen Kilabni magaalaa Adaamaa Yuuniversiitii Walwaaloo Addigraat injifateera. Tapha…
Biiznasii Konkolaattoonni boba’aa fe’anii dhokatanii turan to’ataman Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) – Bootteewwan Boba'aa fe'anii iddoolee garaagaraatti dhokachaa turan to'atamuu Abbaan Taayitaa Boba'aa fi Inarjii beeksise. Biiroon Daldalaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Addaan ciccituu Humna Elektirikaaf xiyyeeffannoon akka kennamu Koreen dhaabbichaa hubachiise Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Damichi humna guutuun oomishuun addaan ciccituu Humna Elektirikaaf xiyyeeffannoon akka kennamu Koreen Dhaabbii Dhimmoota Indaastirii fi Albuudaa hubachiise.…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee kenniinsa tajaajilaa furuun Badhaadhina Itiyoophiyaaf murannoon ni hojjenna – Aadde… Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Rakkoolee kenniinsa tajaajilaa furuun Badhaadhina Itiyoophiyaaf murannoon ni hojjenna jedhan Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Jijjiiramaa rakkoolee bu’uuraalee misoomaa jiran hiikuun dilbii naannawichaa gara… Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Mootummaan Jijjiiramaa rakkoolee bu'uuraalee misoomaa jiran hiikuun dilbii naannawichaa gara fayyadamummaatti jijjiiruuf xiyyeffannoo olaanaan socho'aa…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejereetti gurmaa’insa caasaa Ganda Dhaamottuu… Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Gurmaa’insi caasaa gandaa haaraa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejeree Ganda Dhaamottuu…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Bahiirdaaritti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbe Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Magaalaa Bahiirdaar Ganda 16 naannawaa Gudoo Bahiir jedhamutti kaleessa galgala balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuu ibsameera. Konkolaataan…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa fi Obbo Masfin Xaasew Tarminaala Buufata Xiyyaaraa Jeneraal Waaqoo… Sifen Megersa Jan 5, 2025 0 Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Hojii Raawwachiisaa olaanaan Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa Obbo Masfin Xaasaw…