Mootummaan dhaabbilee biyyaalessaa fi uummataa walaba fi loogii irraa bilisa ta’an ijaaraa jira…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2018(FMC) - Mootummaan dhaabbilee uummataa fi biyyaalessaa loogii irraa bilisa ta’anii fi jijjiirama sirnaan hindiigamne ijaaraa jira jedhan Pireezidaanti Taayyee…