Badhaasni muuziqaa Haachaaluu Hundeessaa Waxabajjii 22 gaggeeffama jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Badhaasni Muuziqaa Haacaaluu Hundeessaa Waxabajjii 22, 2014 akka gaggeeffamuu Faawundeshiniin Haacaaluu Hundeessaa beeksise.
Faawundeeshinichi…